Ibsa waa'ee viidiyoo, Arsits Abrahaam G/Medihiin sirba Alii Birraa hedduu jaallatuun akka sirba jalqabe dubbata. Arsits Abrahaam G/Medihiin sirba Alii Birraa hedduu jaallatuun akka sirba jalqabe ...
Abdullaahii Jirmaa sirba Booranaatiin Keeniyaa keessatti hedduu jaallatama. Dargaggeessi lammii Jarmanii Moritz Regentag sirba Booranaa kana sirriitti miidhagsee taphata. Viidiyoo: Yaadataa ...
Hawaasni Oromoo magaalaa Melbourne du'a obbo Baatee Urgeessaa irratti qorannoon bal'aan akka gaggeeffamu gaafachuuf hiriira qopheessee jira. Obbo Battee Urgeessaa, miseensiAdda Bilisummaa Oromoo ...
Gada is a traditional system of governance of the Oromo people in Ethiopia developed from knowledge gained over generations. It regulates political, economic, social and religious activity serving as ...